Wongeela Maatewos 19:24 - WAADAA LAMMATAA24 Ammallee ani isinitti hima, dureessi jeennata Rabbii galuu irra, gaalli qaawa Limmo'oo keessa hulluuqu'utu salphata» jedhe. Gade chapit laWaadaa Haarawa24 Dabalee'llee isiniin ni jedha, naminni dureessi gara Mootummaa Waaqaa titti aseennu irra, gaalli qaawwa marfe'eetiin uduu dabrree salphaa ni ta'a.» Gade chapit laKitaaba Woyyuu24 Ammallee ani isinitti hima, dureessi jeennata Rabbii galuu irra, gaalli qaawa limmo'oo keessa hulluuqu'utu salphata» jedhe. Gade chapit la |