Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 19:18 - WAADAA LAMMATAA

18 Dargaggeessillee, «Ajaja kamiin?» jedheen. Yesuus deebisee, « ‹Hin ajjeesin; hin seebarin; hin hatin; dharaan ragaa hin bayin;

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

18 Namichi'llee, «Ajajoota kamiin?» jedheen. Yesus'llee akkana jechu'uun ni deebiseef, «Hin ajjeesin, hin sagaagalin, hin hatin, dharaan ragaa hin bayin,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

18 Dargaggeessillee, «Ajaja kamiin?» jedheen. Yesuus deebisee, « ‹Hin ajjeesin; hin seebarin; hin hatin; sobaan ragaa hin bayin;

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 19:18
8 Referans Kwoze  

Ka hujii seeraatiin ta'e maruu abaarsa jala waan jiraniif, «Kitaaba seeraa mara keessatti ka barreffaman ka jabaatee ittiin hin jiraanne maruu ka hujii irra hin olchine maruu ka abaarame!» jedhamee waan bareeffameeruuf.


Ati seera, ‹Hin seebarin, hin ajjeesin, hin hatin, dharaan hin ragin, Abba'aa fi haadha kee kabajji!› jedhu hin beetta» jedhe.


Ati seera ‹Hin ajjeesin, hin seebarin, hin hatin, dharaan namarratti ragaa hin bayin, hin sobin, Abba'aa fi haadha tee kabajji› jedhu hin beetta» jedheen.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite