Wongeela Maatewos 19:16 - WAADAA LAMMATAA16 Achiin maayessa namni tokko gara Yesuusii dhufee, «Barsiisaa'a, jireenna bara baraa argachuuf, wonti mishaan ani godhuu na barbaachisu maali'i?» jedheen. Gade chapit laWaadaa Haarawa16 Guyyaa tokko naminni tokko gara Yesusii dhufee, «Yaa barsiisaa! Jireenna bara baraa argachu'uuf waan mishaa maal raawwachu'utu, narraa mala?» jechu'uun, ni gaafateen. Gade chapit laKitaaba Woyyuu16 Achiin maayessa namni tokko gara Yesuusii dhufee, «Barsiisaa'a! jireenna bara baraa argachuuf wonti mishaan ani godhuu na barbaachisu maali'i?» jedheen. Gade chapit la |