Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 19:15 - WAADAA LAMMATAA

15 Innillee harka ufiitiin ijoollee qaqqabee achii ka'ee deeme.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

15 Harka isaa'llee isaan irra eega kaayeen duubatti, bakka san dabrree ni lixe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

15 Inni harka ufiitiin ijoollee qaqqabee achii ka'ee deeme.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 19:15
6 Referans Kwoze  

Daa'imummaa kee irraa jalqabdee kitaabbillee woyyuu Yesuus Kiristoositti amanu'uun ogumma'aa fi fayyinna sii kennuu danda'an beetteerta.


Abbaan manaa hin amaniin haadha manaatiin woyyoomeera, haati manaa hin amannellee abbaa manaa ufiitiin woyyoomteerti akkas ta'uu baannaan ijoolleen isaanii battoota; amma ammoo woyyoota.


Achiin maayii ijoollee ammatee harka ufiitiin qaqqabee, isaan eebbise.


Yesuus ammoo, «Jeennanni sami'ii ka worra akkasii waan taateef ijoolleen gara kiyya haa dhufanii hin dhoogginaa'a» jedhe.


Achiin maayessa namni tokko gara Yesuusii dhufee, «Barsiisaa'a, jireenna bara baraa argachuuf, wonti mishaan ani godhuu na barbaachisu maali'i?» jedheen.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite