Wongeela Maatewos 19:14 - WAADAA LAMMATAA14 Yesuus ammoo, «Jeennanni sami'ii ka worra akkasii waan taateef ijoolleen gara kiyya haa dhufanii hin dhoogginaa'a» jedhe. Gade chapit laWaadaa Haarawa14 Yesus'llee, «Mootummaan Sami'ii akkana worra jiran kanaa waan taateef daai'mman dhiisa'aanii, gara kiyya haa dhufan, isaan hin dhooginaa» jedhe. Gade chapit laKitaaba Woyyuu14 Yesuus ammo, «Jeennanni sami'ii ta worra akkasii waan taateef ijoolleen gara kiyya haa dhufanii hin dhoogginaa'a» jedhe. Gade chapit la |