Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 19:13 - WAADAA LAMMATAA

13 Achiin maayessa harka isaan irra kaayee akka kadhatuuf daa'imman gara isaa fidan. Darasoonni isaa ammoo daa'imman teedeffatan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

13 Yeroo sanitti harka isaa isaan irra kaayee akka isaanii kadhatuuf, namoonni daai'mman gara Yesusii ni fidan, barattoonni isaa garuu namootatti ni baanatan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

13 Achiin maayessa harka isaan irra kaayee akka Waaqa kadhatuuf daa'imman gara isaa fidan. Darasoonni isaa ammo daa'imman teedeffatan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 19:13
15 Referans Kwoze  

Dubbii abdi'iillee isiniif ijoollee teessaniif worra Waandhi Gooftaan keenna gara ufii waamuuf, worra fagoo jiran maraafuu waan ta'eef» isaaniin jedhe.


Abbaan manaa hin amaniin haadha manaatiin woyyoomeera, haati manaa hin amannellee abbaa manaa ufiitiin woyyoomteerti akkas ta'uu baannaan ijoolleen isaanii battoota; amma ammoo woyyoota.


Gumiin akka isaan cadhisan teedeffatan; isaan ammoo ittuma caalchisanii laagaa gudda'aan, «Gooftaa'a, Ilma Daawitii, nu fayyisi» jedha'aa iyyan.


Pheexroos hojjatti achi isa baasee, «Gooftaa kiyya wonti kun horoma sirratti hin ta'in» jedhee teedeffatuu jalqabe.


«Gadaamessa haadhaa keessatti hormaata dhalootaa uduu hin qabaatin worri dhalatan hin jiran. Gariin ka harka namaatiin muramellee hin jira. Worri jeennata sami'iitiif jedhanii akka hormaata dhalootaa hin qabnee uf godhanillee hin jiran. Ka akkas ta'uu barbaadu haa ta'uu» isaaniin jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite