Wongeela Maatewos 19:12 - WAADAA LAMMATAA12 «Gadaamessa haadhaa keessatti hormaata dhalootaa uduu hin qabaatin worri dhalatan hin jiran. Gariin ka harka namaatiin muramellee hin jira. Worri jeennata sami'iitiif jedhanii akka hormaata dhalootaa hin qabnee uf godhanillee hin jiran. Ka akkas ta'uu barbaadu haa ta'uu» isaaniin jedhe. Gade chapit laWaadaa Haarawa12 Yakkatamoota ta'anii ka dhalatan ni jiran, worri naminni irraa yakkate'llee ni jira, Mootummaa Sami'iitiif jedhanii worri mataa isaanii akka yakkatama'aa taasisan'llee ni jiran, kanaaf kana fudhachu'uuf ka barbaadu, haa fudhatu.» Gade chapit laKitaaba Woyyuu12 «Gadaamessa haadhaa keessatti hormaata dhalootaa uduu hin qabaatin worri dhalatan hin jiran. Gariin ka harka namaatiin muramellee hin jira. Worri jeennata sami'iitiif jedhanii akka hormaata dhalootaa hin qabnee uf taasisanillee hin jiran. Ka akkas ta'uu barbaadu haa ta'uu» isaaniin jedhe. Gade chapit la |