Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 19:11 - WAADAA LAMMATAA

11 Yesuus deebisee, «Wonti kun worra kennameef malee, nama maraafii miti.»

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

11 Yesus garuu akkana isaaniin jedhe, «Dandeettiin addaa worra isaanii kennameef malee, wonitti kun maraaf hin ta'u.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

11 Yesuus deebisee akkana isaaniin jedhe, «Wonti kun worra kennameef malee, nama maraafii miti.»

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 19:11
7 Referans Kwoze  

Isin maruu akkuma kennaa Gooftaan isinii kenneetiif akkuma hennaa Rabbi isin waamee jiraattaniititti jiraadhaa'a. Ajanyi ani tokkummaa woldaa Kiristaanaatii kennu kanuma.


Kanallee bu'aa mataa keessaniitiif jedha; akka ta'utti akka jiraattan uduu hin saattoofne Goofta'aan akka dhaabattaniif malee isinitti jabeesu'uuf jedheetii miti.


Haata'uu ammoo, sababaa rakkoo seebaraatiif dhiirtii martinuu haadha manaa ufii haa qabaatuu. Akkasuma dubartiin martinuu abbaa manaa ufii haa qabaattuu.


Yesuus deebisee akkana isaaniin jedhe, «Dhossaa jeennata sami'ii beekuun isinii kennameera. Isaaniif ammoo hin kennamne.


Darasoonni isaa deebisanii, «Wonti abbaa manaatii fi haadha manaa akkana yoo ta'e, fuudhaa fi heeruma dhiisuu woyya.» jedhaniin.


«Gadaamessa haadhaa keessatti hormaata dhalootaa uduu hin qabaatin worri dhalatan hin jiran. Gariin ka harka namaatiin muramellee hin jira. Worri jeennata sami'iitiif jedhanii akka hormaata dhalootaa hin qabnee uf godhanillee hin jiran. Ka akkas ta'uu barbaadu haa ta'uu» isaaniin jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite