Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 19:10 - WAADAA LAMMATAA

10 Darasoonni isaa deebisanii, «Wonti abbaa manaatii fi haadha manaa akkana yoo ta'e, fuudhaa fi heeruma dhiisuu woyya.» jedhaniin.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

10 Barattoonni isaa'llee, «Haalli abbaa worraatii fi haadha worraa akkana eega ta'e, fuudhuu dhabuun waan woyyaa ta'e» jedhaniin.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

10 Darasoonni isaa deebisanii, «Wonti abbaa manaatii fi haadha manaa yoo akkana ta'e, fuudhaa fi heeruma dhiisuu woyya.» jedhaniin.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 19:10
15 Referans Kwoze  

Worri sobu kun akka namni wol hin fuune dhooggan, worri amananii dhugaa beekan galata woliin akka fudhatanii hin nyaanne, nyaata Rabbi isaanii uume irraa akka fagaatan godhan.


Amma worra hin fuunnee fi hin heerumnee akkasuma haadha hiyyeessaa akka kiyya fuudhaa fi heeruma malee uduu taa'anii misha'a.


Ani ammoo akkana isiniin jedha, yoo isiin seebarte malee, namni haadha manaa ufii hiikee ta biraa fuudhu maruu, hin seebara» isaaniin jedhe.


Yesuus deebisee, «Wonti kun worra kennameef malee, nama maraafii miti.»


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite