Wongeela Maatewos 19:1 - WAADAA LAMMATAA1 Yesuus waan kana haga raawwateen maayessa Galiilaa deemee, gara godina Yihuuda'aa Yoordaanosiin gama dhaqe. Gade chapit laWaadaa Haarawa1 Yesus kana dubbatee eega xumureen duubatti Galiila'aa ka'ee, laga Yoordaanosiitiin gamatti gara argamittuu gara arddii Yihuda'aa ni deeme. Gade chapit laKitaaba Woyyuu1 Yesuus haga waan kana raawwateen maayessa Galiilaa deemee, gara godina Yihuuda'aa Yoordaanosiin gama dhaqe. Gade chapit la |