Wongeela Maatewos 18:9 - WAADAA LAMMATAA9 Ijji tee yoo si gufachiifte, uf keessaa baasii gati, ija lamaan qabaattee gara ibidda asaabaatitti gatamu'uu mannaa, ija takkattii qabaattee jeennata galuu sii woyya. Gade chapit laWaadaa Haarawa9 Ijji kee'llee cubbuu akka hojjattuuf yoo si dogoggorsse baasiitii achi gatiin! Ija lamaan qabaattee gara ibidda asaabaa titti gatamuu irra, ija takkaa taatee gara jireenna bara baraa titti, galuu si woyya. Gade chapit laKitaaba Woyyuu9 Ijji tee yoo si gufachiifte uf keessaa baasii gati; ija lamaan qabaattee gara ibidda asaabaatitti gatamu'uu mannaa, ija takkattii qabaattee jeennata galuu sii woyya. Gade chapit la |