Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 18:8 - WAADAA LAMMATAA

8 Harki kee yookiin lutti tee yoo ka si gufachiiftu taate, uf irraa kutii gati. Harka lamaan yookiin luka lamaan qabaattee gara asaaba bara baraatitti gatamu'uu mannaa, Hokkolaa yookiin duundumaa taatee gara jireennaa galuu sii woyya.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

8 Kanaaf ijji yookiin miilli kee cubbuu akka hojjatuuf yoo si dogoggorsse muriitii achi gatiin! Harka lama yookiin miila lamaa qabaattee gara ibidda bara baraa titti gatamuu irra, duundumaa yookiin hokkolaa taatee gara jireenna bara baraa titti galuu si woyya.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

8 Harki kee, yookaan lutti tee yoo ka si gufachiiftu taate uf irraa kutii gati. Harka lamaan yookaan luka lamaan qabaattee gara asaaba bara baraatitti gatamu'uu mannaa, hokkolaa yookaan dundumaa taatee jireennaa galuu sii woyya.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 18:8
22 Referans Kwoze  

Halkan lufeera, guyyaanillee dhiyaatera, eegasuu hujii dukkanaa mulqannee, wontee ifa woraanaa haa uffannuu.


Eennullee ka galmee jireennaatitti hin barreeffamne galaana ibiddaatitti gatame.


Inni daadhii woyini'ii ta lola Rabbii hin dhuga. Daadhiin woyini'ii sun uduu hin makamin mijuu lola Rabbiititti makamteerti. Woyyootaa fi afoo hoolaa Rabbiititti ibiddaa fi ibiddaa dhaga'aatiin gatii argata.


Haata'uu ammoo worri sodaatu ka hin amanne, worri battaaye, ka lubbuu ajjeese, worra adaba hin qabne, worra asmaa hojjatu, worra waaqa tolfamaa kaddaaman, sobduun marti hireen isaanii dhagaa ibiddaatii fi galaana bobayu, kunillee du'a lamaffa'aati.


Akkasuma, eennullee isin keessaa qabeenna ufii maraa ka hin dhiifne darasaa kiyya ta'uu hin danda'u» jedhe.


Worri kun gara adabbii bara baraa, qajeellonni ammo gara jireenna bara baraa galan» jedhe.


Hennaa san worra bitaa irra jiraniin ammoo, ‹Isin worra abaarame na biraa fagaadhaa'a; gara ibidda bara baraa ka seexanaa fi ergamtoota isaatiif qophaayeetitti deemaa'a! isaaniin jedhe.


Innillee laagaa isaa ol qabatee iyyee, ‹Abbaa kiyya Abirahaam naa araarami! Ani amma ibidda kana keessatti gubadhee waan rakkata'aaruuf, akka Ali'aazaar qubaan bisaan tuqee arraba kiyya naa qabbaneessuuf yaboo naa ergi› jedheen.


Haata'uu ammo akka isaanitti gufuu hin taane, gara galaanaa deemiitii siiboo gara galaanaa darbi qurxummii dura qabde afaan isi'ii hennaa bante birrii keessatti argitaa, birrii san fuudhii Naa fi ufiillee kaffali!» jedheen.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite