Wongeela Maatewos 18:7 - WAADAA LAMMATAA7 Biyyi lafaa waan nama gufachiiftuuf isii aanne'e! Wonti gufachiisu dhufuu hin oolu. Haata'uu ammoo ka nama gufachiisuuf aanne'e! Gade chapit laWaadaa Haarawa7 Itti ansee'llee Yesus akkana ni jedhe, «Sababaa wonittoota namoonni akka dogoggoran taasisaaniitiin, biyya lafaatiif uunsha'a!» Yoom'llee wonittoonni dogoggorssan dhufuun isaanii hin hafu, garuu dhufaatii waan dogoggorssa'aaniitiif ka'uumissa ka ta'u, nama sanii uunsha'a! Gade chapit laKitaaba Woyyuu7 Biyyi lafaa waan nama gufachiiftuuf isii aanne'e! Wonti gufachiisu dhufuu hin oolu; haa ta'uu ammo ka nama gufachiisuuf aanne'e! Gade chapit la |