Wongeela Maatewos 18:6 - WAADAA LAMMATAA6 Worra natti amanan didiqqaa kanniin keessaa tokko ka gufachiisu maruu, dhakaan daaku'uu guddaan morma isaatitti hidhamee gara qilee galaanaatitti gatamuu isaa woyyaa. Gade chapit laWaadaa Haarawa6 «Naminni kumi'llee anatti ka amanan maandhota kanniin keessaa tokko dogoggorssuu irra, dhagaan daakka'aa ulffaataan mormma isaa irratti hidhamee, gara garba ciisaa gad fago'oo titti gatamee uduu liqimffamee isaa woyya.» Gade chapit laKitaaba Woyyuu6 Worra natti amanan didiqqaa kanniin keessaa ka tokko gufachiisu maruu dhagaan daaku'uu guddaan morma isaatitti hidhamee gara qilee galaanaatitti gatamuu isaa woyyaa. Gade chapit la |