Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 18:4 - WAADAA LAMMATAA

4 Eennullee ka akka daa'ima kanaa ka gad uf qabu jeennata sami'ii keessatti ka maraa caalu ta'a.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

4 Akkuma daa'ima kanaa titti mataa isaa gad ka qabu, Mootummaa Sami'ii titti hangafa ni ta'a.»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

4 Eennullee ka akka daa'ima kanaatitti ka gad uf qabu jeennata sami'ii keessatti ka maraa caalu ta'a.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 18:4
13 Referans Kwoze  

Gooftaa afo'otti mataa keessan gadi uf qabaa'a. Innillee ol isin qabaa.


Ka ol uf qabu maruu hin salphata. Ka gadi uf qabu ammoo hin kabajjama.»


Isin biratti akkanaa miti; haata'uu ammoo eennullee isin keessaa nama guddaa ta'uu ka barbaadu, hojjataa nama maraa haa ta'uu.


«Eennullee ka daa'ima kana maqaa kiyyaan simatu na simata. Ka na simatu maruu ka na erge simata. Ka isin maraa irraa gadi aanu inni sun maraa caala» isaaniin jedhe.


Kanaafuu ka'imman! Manguddootaa fi ajajamaa'a, marti keessanuu wol jaalachu'uun wol gargaara'aatii kasummaa akka uffataa uffadhaa'a. «Rabbi worra uf jaju hin morma;, worra kaso'oo ammoo badhaadha kenna»


Hennaa san darasoonni isaa gara Yesuusii dhufanii, «Jeennata sami'ii keessatti ka maraa caalu eennuun ta'inna laata?» jedhaniin.


«Ani dhugamaan isiniin jedha, deebitanii akka daa'ima kanaa yoo hin taane, gara jeennata sami'ii horoma hin galtan.


Eennullee daa'ima akkasii ka maqaa kiyyaan simatu maruu na simata.


Isaan ammoo, «Nu keessaa eentu caala?» jedha'aa wol morma'aa waan turaniif hin cadhisan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite