Wongeela Maatewos 18:25 - WAADAA LAMMATAA25 Innillee waan kafalu dhabnaan, gooftaan isaa inni haadha manaa ufii, ijoollee ufiitii fi waan qabu maraa woliin gurguramee gatiin akka kafalamu ajaje. Gade chapit laWaadaa Haarawa25 Tajajilaan kun'llee liqaa irra jiru kafaluu waan dadhabeef inni mataan isaa, haati worraa isaatii fi ijoolleen isaa', qabeenni qabu marri'llee gurguramee, liqaan isa irra jiru akka kafalamuuf, gooftaan isaa ni ajaje. Gade chapit laKitaaba Woyyuu25 Inni waan kaffalu dhabnaan, gooftaan isaa inni, haadha manaa ufii, ijoollee ufiitii fi waan qabu maraa woliin gurguramee gatiin akka kaffalamu ajaje. Gade chapit la |