Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 18:22 - WAADAA LAMMATAA

22 Yesuus deebisee, «Ani haga hennaa torbaatamii torbaa malee, hennaa torbaa callaa siin hin jedhu» jedheen.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

22 Yesus'llee akkana ni jedheen, «Haga torbaatama yeroo torbbaati malee, haga yeroo torbaa qofa siin hin jedhu,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

22 Yesuus deebisee, «Ani torbaatama hennaa torbaati siin jedha malee hennaa torba calla'a siin hin jedhu» jedheen.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 18:22
13 Referans Kwoze  

Obsa woliif qabaadhaa'a. Eennullee hiriyyaa ufii irratti komii yoo qabaate, dhiifamsa wolii godhaa'a. Akkuma Kiristoos isinii dhiise, isinillee akkasuma wolii dhiisaa'a.


Hennaa Rabbiin kadhachu'uuf dhaabattan, Abbaan keessan ka samii jiru yakka keessan akka isinii araaramu, eennuun irrattillee komii yoo qabaattan araaramaa'a.


Biibbayuu, aaruu, loluu, wocuu, nama arrabsu'uu fi hammeenni maruu isin keessaa haa badu.


Hamaa mishumma'aan mooyadhu malee, haamtu'uun hin mooyatamin.


Lolaa'a, garuu cubbuu hin hojjatinaa'a.


Eeganaa dhiirti hulee marattuu dheekkamsaa fi yaada hamaa malee, harka isaanii ka woyyoome ol kaasa'aa akka Rabbiin kadhatan barbaada.


«Waan kanaaf jeennanni sami'ii mootii herrega hojjattoota isaa irra jiru herregatu'uuf barbaade tokko fakkaatti.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite