Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 18:16 - WAADAA LAMMATAA

16 Inni yoo si hin dhageenne ammoo, murtiin maruu ragaa nama lamaatiin yookiin sadihiitiin waan mirkanaayuuf, deebi'iitii nama tokko yookiin nama lamaa qabadhuu bira dhaqi.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

16 yoo si dhagayuu dide garuu ragummaan nama lamaa yookiin nama sadihiin waan mikanaayuuf, namoota lama yookiin nama sadihii qabadhuu, gara isaa dhaqi.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

16 Inni yoo si hin dhageenne ammo murtiin maruu ragaa nama lamaatiin, yookaan sadihiitiin waan mirkanaayuuf deebi'iitii nama tokko, yookaan nama lamaa qabadhuu bira dhaqi.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 18:16
10 Referans Kwoze  

Gara keessan dhufuun kiyya kun hennaa sadaffa'aati. «Wonti maruu ragaa lamaa fi sadihiin mirkanaaya»


Namni lamaa yookiin sadi yoo itti rageesse malee, himannaa manguddoo irratti dhiyaate hin fudhatin.


Murtiin namoota lamaa, dhugaa akka ta'e seera keessan keessatti barreeffameera.


Namni seera Muuse'ee tuffate, Namni lamaa yookiin sadihii yoo itti rage, gara laafinna malee ajjeefama.


Raattota kiyya lamaanii fi uffata gaddaa uffatee guyyaa kuma tokkoo fi dhibba lamaa fi jahaatamaa akka raaga dubbatan hunna isaanii kenna.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite