Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 18:15 - WAADAA LAMMATAA

15 «Obboleessi kee yoo si yakke, dhaqiitii hulee isin lamaan callaan jirtanitti yakka isaa itti himi. Inni yoo si dhagaye, obboleessa kee godhadhu.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

15 «Obboleessi kee yoo si miidhe atii fi inni qoftti adda keessan ta'aatii balleessaa isaa itti himi, yoo si dhagaye deebi'ee obboleessa kee akka ta'u ni taasfttan,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

15 «Yoo obboleessi kee si yakke, dhaqiitii hulee isin lamaan callaan jirtanitti yakka isaa itti himi; inni yoo si dhagaye obboleessa kee godhadhu.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 18:15
21 Referans Kwoze  

Obsa woliif qabaadhaa'a. Eennullee hiriyyaa ufii irratti komii yoo qabaate, dhiifamsa wolii godhaa'a. Akkuma Kiristoos isinii dhiise, isinillee akkasuma wolii dhiisaa'a.


Obboleeyyan tiyya! Namni balleessaa kamiinuu hojjatee yoo argame, isin worri ka Ayyaanaa taatan isin nama akkanaa kana Ayyaana gara laafumma'aatiin qajeelchaa'a. Atillee akkasuma akka hin qoratamne uf eegi.


Haata'uu ammoo akka obboleessaatitti isa gorsaa malee, akka diinaatitti isa hin laalinaa'a.


Maarre isin keessaa tokko tokko obboleessa ufiitiif gara'aan yoo dhiisu'uufii dhabaate, Abbaan kiyya ka sami'iillee akkasuma isin irratti godha» isaaniin jedhe.


Hamaa mishumma'aan mooyadhu malee, haamtu'uun hin mooyatamin.


Akkasuma isin haawwota manaa! Abbaan manaa keessan gariin ka hin amanne yoo jiraatan akka isaan uduu womaa hin dubbanne amala haadha manaa ufiitii ajajaman akkasuma abbaa manaa keessaniif ajajamaa'a. Isaanillee qulqullinnaa fi sodaa jireenna keessan keessatti Rabbiif qabdan arganii akkasuma godhan.


Eegasuu obboleeyyan yakka'aa; sammuu isaanii dadhabaa madeessa'aa, Kiristoosiin yakkitan.


Eeganaa waan isinii barreessellee yoo ta'e, jabeenni waan keennaaf qabdan; isin biraa Rabbiin afo'otti akka mudhatuuf malee, waan ka yakkeetii fi yookiin waan ka yakkamee hin barreessine.


Ammallee akkuma duraan isiniin jennee fi akkuma isinii ranne, Gooftaan waan kana maraa waan haluu bayuuf eennullee waan kanaan akka hin yakkine obboleessa ufiillee akka hin sobne.


Akkasuma didiqqaa kanniin keessaa tokko akka badu fedhii Abbaa keessan ka Sami'iitii miti.


Achiin maayessa Pheexroosi gara Yesuusii dhiyaatee, «Gooftaa'a, obboleessi kiyya yoo na yakke, hennaa meeqa dhiisaaf? hennaa torbaa?» jedheen.


Nama gargar bayiinsaaf kakkaasu, namni akkasii nama dabaa cubbuu hojjatee yakka ufitti muree akka ta'e beettee, hennaa tokkoo fi lama haga gorsiteen maayessa nama akkasii irraa fagaadhu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite