Wongeela Maatewos 18:13 - WAADAA LAMMATAA13 Ani dhugamaan isiniin jedha, inni yoo argate, ta hin badin sagaltamii sagal caalaa itti gammada. Gade chapit laWaadaa Haarawa13 Dhugamaan isiniin jedha, yeroo argatetti'llee ka hin badin sagaltamii sagal irra, hoolaa baddee argameen ni gammada. Gade chapit laKitaaba Woyyuu13 Ani dhugamaan isiniin jedha, inni yoo argate ta hin badin sagaltamii sagal caalaa itti gammada. Gade chapit la |