Wongeela Maatewos 18:12 - WAADAA LAMMATAA12 Maal isinitti fakkaata? Namni tokko uduu hoolota dhibbaa qabaatee, isaan keessaa takkattiin yoo jalaa badde, sagaltamii sagal gaara irratti dhiisee ta badde san hin soquu? Gade chapit laWaadaa Haarawa12 Dabalee'llee Yesus akkana ni jedhe, «Mee maal isinitti fakkaata? Nama tokko hoolota dhibba yoo qabaatee fi isaan keessaa tokko uduu jalaa baddee, sagaltamii sagilanuu gaara irratti dhiisee, ka bade tokko barbaadu'uuf hin deemuu ree?» Gade chapit laKitaaba Woyyuu12 Maal isinitti fakkaata? Namni tokko uduu hoolota dhibbaa qabaatee isaan keessaa takkattiin yoo jalaa badde, sagaltamii sagal gaara irratti dhiisee ta badde san hin soquu? Gade chapit la |