Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 18:1 - WAADAA LAMMATAA

1 Hennaa san darasoonni isaa gara Yesuusii dhufanii, «Jeennata sami'ii keessatti ka maraa caalu eennuun ta'inna laata?» jedhaniin.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

1 Yeroo sanitti barattoonni isaa gara Yesusii dhiyaatanii, «Mootummaa Sami'ii titti ka maraa caalu eennu?» jechu'uun, ni gaafataniin.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

1 Hennaa san darasoonni isaa gara Yesuusii dhufanii, «Jeennata sami'ii keessatti ka maraa caalu eennuun ta'inna laata?» jedhaniin.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 18:1
13 Referans Kwoze  

Bu'aa worra kiyyaatiif jechu'uun yookiin sababaa duwwaa uf jaju'uutiin waan tokkollee hin godhinaa'a. Haata'uu ammoo isin martinuu hiriyyaa ufii akka waan isa irra caaluutitti gara-laafumma'aan haa laalu.


Isin keessaa isin maraa ka caalu hojjataa keessan haa ta'u.


Jaalala obbolumma'aatiin isin wol jaaladhaa'a; Wol kabajjaa'a.


Yesuus, «Fedhii Abbaa kiyya ka samii jiruu nama hujutu jeennata sami'ii gala malee, ka, ‹Gooftaa, Gooftaa› jedhee na waamu marti hin galu.


Inni daa'ima tokko waamee, afoo isaanii dhaabsisee akkana jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite