Wongeela Maatewos 17:9 - WAADAA LAMMATAA9 Hennaa gaaraa gadi bu'an «Yesuus, Ilmi namaa haga du'aa ka'utti waan argitan kana eennuttillee hin himinaa» jedhee isaan seere. Gade chapit laWaadaa Haarawa9 Gaara irraa'llee uduma bu'aa jiran Yesus, «Ilmi Namaa du'aa haga ka'utti waan argitan kana eennutti'llee hin himnaa!» jechu'uun, barattoota isaa ni ajaje. Gade chapit laKitaaba Woyyuu9 Hennaa gaaraa gad bu'an Yesuus, «Ilmi namaa haga du'aa ka'utti waan argitan kana eennuttillee hin himinaa» jedhee isaan seere. Gade chapit la |