Wongeela Maatewos 17:5 - WAADAA LAMMATAA5 Uduma inni kana dubbata'aaru, duumessi ifaa isaan golge. Duumeessa san keessaan laagaan, «Ilmi kiyya ka ani itti gammaduu fi jaaladhu kanaa, isa dhagayaa'a» jedhu dhufe. Gade chapit laWaadaa Haarawa5 Uduma Phexiros kana dubbata'aa jiru duumessi ifaan isaan ni dayeesse, duumessa keessaa'llee, «Ilmi kiyya ka ani jaaladhuu fi itti gammadu'llee kana, isa dhagayaa!» qooniqqi jedhu, ni dhufe. Gade chapit laKitaaba Woyyuu5 Uduma inni kana dubbata'aaru, duumessi ifaa isaan golge. Duumessa san keessaan laagaan, «Ilmi kiyya ka ani itti gammaduu fi jaaladhu kanaa isa dhagayaa'a» jedhu dhufe. Gade chapit la |