Wongeela Maatewos 17:25 - WAADAA LAMMATAA25 Pheexroos, «Ee, hin kaffala» jedheen. Pheexroos gara manaa dhufee uduu isatti hin dubbanne, Yesuus dursee, «Simoon, maal si fakkaata? Mootonni biyya lafaa qaraxa yookiin gibira eennuun irraa guuran? Nama biyya ufii irraa moo nama biyya biraa irraa guuran?» jedhee isa gaafate. Gade chapit laWaadaa Haarawa25 Phexiros'llee, «Ni kafala» isaaniin jedhe. Phexiros gara manaa yeroo aseenetti Yesus durssee, «Yaa Simoon Phexiros! Maal sitti fakkaata? Mootonni arddii tanaa gibraa fi ashuraa ka fudhatan, eennuun irraayyi? ijoollee isaanii irraayyi moo, yookiin namoota biyya alaa irraayyi?» jechu'uun ni gaafateen. Gade chapit laKitaaba Woyyuu25 Pheexroos, «Ee, hin kaffala» isaaniin jedhe. Pheexroos gara manaa dhufee uduu isatti hin dubbanne Yesuus dursee, «Simoon, maal sitti fakkaata? Mootonni biyya lafaa qaraxa yookaan gibira eennuun irraa guuran? Nama biyya ufii irraa moo nama biyya biraa irraa guuran?» jedhee isa gaafate. Gade chapit la |