Wongeela Maatewos 17:2 - WAADAA LAMMATAA2 Innillee afoo isaaniititti jijjiirame, fulli isaallee akka adu'uu ife, uffanni isaallee adii weeccaa ta'e. Gade chapit laWaadaa Haarawa2 Achitti isaanuma duranatti bifitti isaa ni jijjiirame, fuulli isaa'llee akka adu'uu titti ni ife, uffanni isaa'llee adii ta'ee akka ifaa titti ni calaqise. Gade chapit laKitaaba Woyyuu2 Innillee isaan afo'otti jijjiirame; fuulli isaa akka adu'uu ife; uffanni isaa adii weeccaa ta'e. Gade chapit la |