Wongeela Maatewos 17:18 - WAADAA LAMMATAA18 Yesuus jinnii san teedeffatee, jinniinillee mucaa keessaa baase; mucaanillee hennama san irraa jalqabee fayye. Gade chapit laWaadaa Haarawa18 Yesus jinni'itti ni baanate, jinniin'llee mucaa keessaa ni baye, mucaan'llee yeroma sanitti ni fayye. Gade chapit laKitaaba Woyyuu18 Yesuus jinnii san teedeffatee mucaa keessaa baase; mucaan hennama san irraa jalqabee fayye. Gade chapit la |