Wongeela Maatewos 17:15 - WAADAA LAMMATAA15 Inni dhukkuba gaggabdo'oo waan qabuuf guddisee rakkata'aara. Hennaa hedduu ibiddaa fi bisaan keessatti kufa. Gade chapit laWaadaa Haarawa15 «Yaa Gooftaa! Yabo'oo mucaa kiyyaa garaa laafiif, Dhukkubnni kuffisu ka jinni'ii qabeenii akka malee ni makkaraarssaan, ibidda irrattii fi bishaan keessatti'llee yeroo baayi'ee ni kufa. Gade chapit laKitaaba Woyyuu15 «Gooftaa'a, mucaa kiyya naa fayyisi; inni dhukkuba gaggabdo'oo waan qabuuf guddisee rakkata'aara; hennaa hedduu ibiddaa fi bisaan keessatti kufa. Gade chapit la |