Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 17:14 - WAADAA LAMMATAA

14 Gara gumi'ii hennaa deebi'an, namichi tokko dhufee, Yesuusiin afo'otti jilbiinfatee, «Gooftaa'a, mucaa kiyya naa fayyisi.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

14 Yesusii fi barattoonni isaa sadiin gara ummataa yeroo deebi'anitti, naminni tokko gara Yesusii dhufee miila isaa jalatti jilbbiiffateeti akkana ni jedhe,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

14 Gara gumi'ii hennaa deebi'an namichi tokko dhufee, Yesuusiin afo'otti jilbiiffatee,

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 17:14
8 Referans Kwoze  

Namichi dhibee gogaa kukkutuun qabame tokko gara isaa dhufee jilbiinfatee, «Yoo fedha kee ta'e na fayyisuu dandeetta» jedhee kadhateen.


Yesuus achii ka'ee akkuma kara'atti bayeen, namichi tokko gara isaa fiigee, afoo isaatitti jilbiinfatee, «Barsiisaa mishaa'a! gara jireenna bara baraa galu'uuf maal godhuu na barbaachisa?» jedhee gaafate.


Hennaa san darasoonni akka Yesuus waan Yohaannisii cuupha'aa isaanitti hime qaabatan.


Hennaan achi turru dhumannaan baane deemne. Isaan maruu haadha manaatii fi ijoollee ufii woliin haga qacha'aa baanuuf nuu geegessanii maddii galaanaatitti jilbiinfannee faateffanne.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite