Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 17:11 - WAADAA LAMMATAA

11 Yesuusillee deebisee akkana isaaniin jedhe, «Eeliyaasi waan maraa hule'etti deebisu'uuf firrisee hin dhufa.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

11 Yesus'llee akkana jechu'uun isaanii ni deebise, «Sirri'i, Eliyaas durssee ni dhufa, inni'llee waan maraa ni sirreessa.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

11 Yesuus deebisee akkana isaaniin jedhe, «Eeliyaas waan maraa hule'etti deebisu'uuf firrisee dhufa.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 17:11
7 Referans Kwoze  

Rabbillee duri irraa jalqabee afaan raattota woyyu'uutiin waan dubbate maraa haga bara wonti maruu haarawoomuutitti ol samii irra turuu barbaachisa.


Darasoonni isaallee, «Eegasuu barsiisoonni Seera Muuse'ee duraan dursee Eeliyaas dhufuu barbaarchisa maali'iif jedhan ree?» jedhanii isa gaafatan.


Haata'uu ammo, Ani akkana isiniin jedha; Eeliyaas duraanuu dhufeera, namoonni isa hin beenne, akkuma fedha isaanii isa godhan. Maarre Ilmi Namaallee harka isaaniititti hin rakkata» isaaniin jedhe.


Isaanillee hennaa wolgayan, «Gooftaa kennaa! Ji'a kanatti mootummaa Isiraa'elii hin deebiftaa?» jedhanii gaafatan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite