Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 17:10 - WAADAA LAMMATAA

10 Darasoonni isaallee, «Eegasuu barsiisoonni Seera Muuse'ee duraan dursee Eeliyaas dhufuu barbaarchisa maali'iif jedhan ree?» jedhanii isa gaafatan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

10 Barattoonni isaa'llee, «Eegaa barsiisonni seeraa durissee ka dhufuu qabu Eliyaas maali'iif jedhan?» jechu'uun, Yesusiin ni gaafataniin.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

10 Darasoonni isaa, «Eegasuu barsiisoonni Seera Muuse'ee duraan dursee Eeliyaas dhufuu barbaarchisa maaf jedhan ree?» jedhanii isa gaafatan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 17:10
9 Referans Kwoze  

Yoo dubbii isaanii fudhachuu feetan, Yohaannisiin kun, Eeliyaasii hin dhufa jedhame san.


Eegasuu ati eennu ree? Ati Eeliyaasii? jedhanii gaafatan, «Waa ani isaa miti» jedhee deebise. «Ati Raattichaa ree?» Jedhanii gaafatan. Inni ammoo, «Waa ani isaa miti» jedhee deebise.


Isaanillee deebi'anii, «Barsiisonni seeraa, ‹Eeliyaas firrisee dhufa› maaf jedhan?» jedhanii Yesuusiin gaafatan.


Isaan deebisanii, «Gariin, ‹Yohaannis Cuupha'a› worri kuuwwan, ‹Eeliyaas› kuwwan ammoo, ‹Ermiyaas› yookiin raattota durii keessaa tokko ta'a siin jedhan» jedhaniin.


Yesuusillee deebisee akkana isaaniin jedhe, «Eeliyaasi waan maraa hule'etti deebisu'uuf firrisee hin dhufa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite