Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 17:1 - WAADAA LAMMATAA

1 Guyyaa jahaan maayessa, Yesuus Pheexroosiin, Yaaqoobii fi obboleessa Yaaqoobii Yohaannisiin hojja isaanii qabatee, gara gaara dheera'aatitti ol isaan baase.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

1 Guyyaa jahaan duubatti Yesus Phexirosiin, Yaaqoobii fi obboleessa Yaaqoobii Yohaanisiin qofa fudhatee, adduma isaa gara gaara ol fagaatuu tokkoo, irra ni bayan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

1 Guyyaa jahaan maayessa Yesuus Pheexroosiin, Yaaqoobii fi obboleessa Yaaqoobii Yohaannisiin hojja isaanii qabatee gara gaara dheera'aatitti ol isaan baase.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 17:1
10 Referans Kwoze  

Pheexroosii fi ilmaan Zabdewoosii lamaanuu fudhatee, yaadda'uu fi gadduu jalqabe.


Yesuus: Pheexroosiin, Yaaqoobii fi obboleessa Yaaqoobii Yohaannisii achi, eennullee akka isa faanaa deemu hin barbaanne.


Nullee hennaa gaara qulqulluu irratti isa woliin turre, laagaan kun hennaa sami'ii dhufu dhageenneerra.


Gara keessan dhufuun kiyya kun hennaa sadaffa'aati. «Wonti maruu ragaa lamaa fi sadihiin mirkanaaya»


Hennaa gara manaa seenu Pheexroos, Yaaqoobii fi Yohaannis abbaa mucatti'iitiif haadha mucatti'ii malee, eennullee akka isa woliin hin seenne dhoogge.


Innillee afoo isaaniititti jijjiirame, fulli isaallee akka adu'uu ife, uffanni isaallee adii weeccaa ta'e.


Yesuus Kolba mana woyyu'uutiin gaara ejersaa gubbaa uduu taa'u, Pheexroos, Yaaqoob, Yohaannisii fi Indiriyaas qofti gara isaa dhufanii,


Hunnaa fi dhufa Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosii ka isinitti beessifne, gaachena isaa argineeti malee oduu ogummaa namaatiin uumameetiinii miti.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite