Wongeela Maatewos 16:8 - WAADAA LAMMATAA8 Yesuus yaada isaanii beekee akkana isaaniin jedhe, «Isin worra amantaa diqqo'oo maaf waan dhalee dhabuu keessanii woliin qaaxxan? Gade chapit laWaadaa Haarawa8 Yesus garuu yaada isaanii beekee akkana isaaniin jedhe, «Isin worra amantiin itti dhidhate nana! ‹waan nu buddeenna hin qabatiniif› jettanii, waayee maali'iif ufii keessan woliin haasofttan? Gade chapit laKitaaba Woyyuu8 Yesuus yaada isaanii beekee akkana isaaniin jedhe, «Isin worra amantii dhidhu'uu; maaf waan dhalee dhabuu keessanii woliin qaaxxan? Gade chapit la |