Wongeela Maatewos 16:6 - WAADAA LAMMATAA6 Yesuus, «Beekkadhaa'a! raacitii worra Fariisotaatii fi Saduqootaa irraa uf eeggadhaa'a» isaaniin jedhe. Gade chapit laWaadaa Haarawa6 Yesus'llee barattoota isaatiin, «Onne'etti qabadhaa, shiishaa worra Farisootaatii fi Saduqootaa irraa ufi eeggadhaa!» isaaniin jedhe. Gade chapit laKitaaba Woyyuu6 Yesuus, «Beekkadhaa'a! raacitii worra Fariisotaatii fi Saduuqootaa irraa uf eeggadhaa'a» isaaniin jedhe. Gade chapit la |