Wongeela Maatewos 16:3 - WAADAA LAMMATAA3 Obboroo, ‹Yoo samiin duumessaayee gurraachate, adha hin rooba› jettan, bifa sami'ii laaltanii attam akka ta'e himuu hin beettan. Malkata baraa attam akka ta'e himuu hin dandeettanii? Gade chapit laWaadaa Haarawa3 yoo bari'u ganama ammoo ‹samiin duumessa ta'ee diimatee jiraatii adha ni rooba› jettan, bifa sami'ii adda baasuu ni beekittan, garuu malikata bifa baraa adda baasuu hin dandeettan.] Gade chapit laKitaaba Woyyuu3 Obboroo yoo samiin duumessaayee gurraachate, ‹adha hin rooba› jettan, bifa sami'ii laaltanii attam akka ta'e himuu hin beettan. Malkata baraa attam akka ta'e himuu hin dandeettanii? Gade chapit la |