Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 16:25 - WAADAA LAMMATAA

25 Namni lubbuu ufii hambisuu fedhe maruu hin balleeffata. Naaf jedhee lubbuu ufii ka dhabu maruu hin argata.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

25 Lubbuu isaa fayyisuu ka barbaadu marrinuu ni balleesaan, lubbuu isaa waayee kiyyaaf ka balleessuun garuu, ni arigataan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

25 Namni lubbuu ufii hambisuu fedhe maruu hin balleeffata; ka anaaf jedhee lubbuu ufii dhabu maruu hin argata.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 16:25
10 Referans Kwoze  

Namni lubbuu ufii jaalatu hin balleeffata, naaf jedhee lubbuu ufii ka balleeffatu ammoo hin argata.»


Isaan, dhiiga hoola'aatii fi sababaa dubbii ragaa isaaniitiin mooyataniin; isaan lubbuu isaanii haga du'aa ufirraa bayan.


Namni lubbuu ufii hambifachuu barbaadu maruu hin balleeffata; waan kiyyaa fi waan Oduu Nagayaatiif lubbuu ufii ka balleeffatu maruu ammoo hin oolfata.


Ka lubbuu ufii jaalatu hin balleeffata, ka adunyaa tana irratti lubbuu ufii jibbu jireenna bara baraatiif kaayata.


Namni lubbuu ufii fayyisuu fedhu maruu hin balleeffata. Namni lubbuu ufii balleessu maruu hin oolfata.


Namni bu'aa adunyaa tanaa maraa yoo argate, lubbuu ufii ammoo yoo balleeffate maal isaa godha? yookiin namni gatii lubbuu ufiitiif maal kenna?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite