Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 16:23 - WAADAA LAMMATAA

23 Inni ammoo gara galee Pheexroosiin, «Ati seexana asii deemi! Ati waan namaa malee, waan Rabbii waan hin yaanneef gufuu natti taateerta» jedheen.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

23 Yesus garuu ufi irra garagalee Phexirosiin, «Ati sheexana nana! Waan namaa malee ka Waaqaa waan hin yaadinneef, ati anaaf gufu'u» jedheen.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

23 Inni ammo gara galee Pheexroosiin, «Ati seexana! asii deemi! Ati waan namaa malee, waan Rabbii waan hin yaanneef gufuu natti taateerta» jedheen.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 16:23
19 Referans Kwoze  

Dhumti isaanii badi'i. Waandhi isaanii garaa isaaniiti, ulfinni isaanii shiingaa isaaniiti; yaanni isaanillee woma lafaatti.


Waan lafa irra jiran hin yaadinaa'a.


Inni ammoo garagalee darasoota laalee, Pheexroosiin, «Seexana nana, na biraa fagaadhu; Ati waan namaa malee, ka Rabbii hin yaaddu» jedhee teedeffate.


Hennaa san Yesuus, «Ati seexana, narraa fagaadhu! kitaaba Woyyuu keessatti, ‹Waaqa Gooftaa keetii sagadi, isuma callaa kaddaami› jedhamee barreeffameera» jedheen.


Yesuusillee, «Ani kudha lamaan keessanii mii ka filadhe? isin keessaa tokko daabiloos» jedhee isaanii deebise.


Yesuus deebisee, «Waaqa Gooftaa keetiif sagadi, Isuma callaa kaddaami! jedhamee barreeffameera» jedheen.


Eeganaa adha irraa jalaqabee nu maruu akka wol irratti hin murteessine caala'aatti ammoo eennullee obboleessa ufiititti guufuu yookiin sakaallaa akka hin taane kana murteeffadhaa'a.


Waan obboleessa kee gufachiisu foon nyaatuu yookaan daadhii woyini'ii dhuguu dhiisuu, waan biraallee yoo ta'e dhiisuun misha'a.


Biyyi lafaa waan nama gufachiiftuuf isii aanne'e! Wonti gufachiisu dhufuu hin oolu. Haata'uu ammoo ka nama gufachiisuuf aanne'e!


Pheexroos hojjatti achi isa baasee, «Gooftaa kiyya wonti kun horoma sirratti hin ta'in» jedhee teedeffatuu jalqabe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite