Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 16:22 - WAADAA LAMMATAA

22 Pheexroos hojjatti achi isa baasee, «Gooftaa kiyya wonti kun horoma sirratti hin ta'in» jedhee teedeffatuu jalqabe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

22 Phexiros garuu Yesusiin addumatti achi qabeenii, «Yaa Gooftaa! Gonkumaa hin ta'u, wonitti kun gonkumaa si irraa hin gayin!» jedha'aa, isatti baanachuu jala ni qabe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

22 Pheexroos hojjatti achi isa baasee, «Gooftaa kiyya wonti kun horoma si irratti hin ta'in» jedhee teedeffatuu jalqabe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 16:22
8 Referans Kwoze  

Inni waan kana ibsee dubbate. Pheexroos Yesuusiin ufitti sissee isa teedeffatuu jalqabe.


Hennaa san irraa jalqabee Yesuus darasoota ufiitiin, «Ani gara Yeruusaaleemii dhaqa; achitti harka manguddootaatitti, harka mootota gadootaatii fi barsiisota Seera Muuse'eetitti guddisee rakkadha, hin ajjeefama; guyyaa sadaffa'aatitti ammoo hin ka'a» jedhee darasoota ufiititti himuu jalqabe.


Inni ammoo gara galee Pheexroosiin, «Ati seexana asii deemi! Ati waan namaa malee, waan Rabbii waan hin yaanneef gufuu natti taateerta» jedheen.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite