Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 16:15 - WAADAA LAMMATAA

15 Inni deebisee, «Isin hoo eennu naan jettan?» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

15 Yesus'llee, «Isin hoo anaan eennu naan jettan?» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

15 Inni deebisee, «Isin hoo eennu naan jettan?» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 16:15
5 Referans Kwoze  

Yesuus, «Isin hoo eennu naan jettan?» jedhee isaan gaafate. Pheexroos deebisee, «Ati Kiristoosii Rabbiiti» jedheen.


Yesuus deebisee akkana isaaniin jedhe, «Dhossaa jeennata sami'ii beekuun isinii kennameera. Isaaniif ammoo hin kennamne.


Yesuus, «Isin hoo eennu naan jettan?» jedhee isaan gaafate. Pheexroosillee, «Ati Kiristoos» jedhee deebise.


Isaan deebisanii, «Gariin, ‹Yohaannis Cuupha'a› worri kuuwwan, ‹Eeliyaas› kuwwan ammoo, ‹Ermiyaas› yookiin raattota durii keessaa tokko ta'a siin jedhan» jedhaniin.


Hennaa san Simoon Pheexroos, «Ati Kiristoosii Ilma Rabbii jiraata'aa ti» jedheen.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite