Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 16:14 - WAADAA LAMMATAA

14 Isaan deebisanii, «Gariin, ‹Yohaannis Cuupha'a› worri kuuwwan, ‹Eeliyaas› kuwwan ammoo, ‹Ermiyaas› yookiin raattota durii keessaa tokko ta'a siin jedhan» jedhaniin.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

14 Inni'llee, «Tokko tokko, ‹Yohaannisii Cuupha'aa› jedhan, kuunniin ‹Eeliyaas› jedhan, kuunniin ammoo, ‹Eermiiyaas yookiin nabiyyoota keessaa tokko› jedhan» jedhaniin.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

14 Isaan deebisanii, «Gariin, ‹Yohaannisii Cuupha'a› worri kuuwwan, ‹Eeliyaas› kuuwwan ammo, ‹Ermiyaas› yookaan ‹raattota durii keessaa tokko ta'a› siin jedhan» jedhaniin.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 16:14
14 Referans Kwoze  

Worri kuuwwan, «Inni Eeliyaasi» jedhan; kuuwwan ammoo, «Inni raattota durii keessaa tokko» jedhan.


Hojjattoota ufiitiin, «Kun Yohaannisii cuupha'atu du'aa ka'eera. Kanaaf hujiin maalaleen kun isaan hojjatamte» jedhe.


Sababaa kanaaf namicha ballaa sanniin, «Ati waan namicha ija tee banee maal jetta?» jedhaniin. Innillee, «Raatticha» isaaniin jedhe.


Banii jiddu'utti waan isaatiif guungummii heddutu ture. Gari gariin isaanii, «Inni nama mishaa» gariin ammoo, «Banii dogogorsa'aara» jedhan.


Kuuwwan ammoo Eeliyaasitu mudhate, kuuwwanillee Raattota duraa keessaa tokko ka'eera jedha'aa waan turaniif mame.


Isaanillee, «Gariin Yohaannisii cuupha'a, gariin Eeliyaas, kuuwwan ammoo raattota keessaa tokko siin jedhan» jedhanii deebisaniif.


Darasoonni isaallee, «Eegasuu barsiisoonni Seera Muuse'ee duraan dursee Eeliyaas dhufuu barbaarchisa maali'iif jedhan ree?» jedhanii isa gaafatan.


Eegasuu ati eennu ree? Ati Eeliyaasii? jedhanii gaafatan, «Waa ani isaa miti» jedhee deebise. «Ati Raattichaa ree?» Jedhanii gaafatan. Inni ammoo, «Waa ani isaa miti» jedhee deebise.


Bara san Yohaannisiin cuuphaan lafa gammoojjii biyya Yihuuda'aa keessatti, «Jeennanni sami'ii dhiyaatteerti cubbuu irraa deebi'aa!» jedhee lallaba'aa dhufe.


Inni deebisee, «Isin hoo eennu naan jettan?» isaaniin jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite