Wongeela Maatewos 16:13 - WAADAA LAMMATAA13 Yesuus gara qachaa Filiphoos Qisaariyaa hennaa gaye, darasoota ufiitiin, «Namoonni Ilma Namaatiin eennu jedhan?» jedhee gaafate. Gade chapit laWaadaa Haarawa13 Yesus Filiiphoos Qiisaariyaa gara biyya jedhamuu yeroo gayetti barattoota isaatiin, «Namoonni Ilma Namaatiin eennu jedhaniin?» jechu'uun, isaan ni gaafate. Gade chapit laKitaaba Woyyuu13 Yesuus gara qachaa Qisaariyaa Filiphoosii hennaa gaye darasoota ufiitiin, «Namoonni Ilma Namaatiin eennu jedhan?» jedhee gaafate. Gade chapit la |