Wongeela Maatewos 16:12 - WAADAA LAMMATAA12 Achiin maayessa isaan, Barumsa Fariisotaatii fi Saduqootaa malee, xoroshoo raacitii irraa akka uf eeggattan akka isaaniin hin jenne hennaa san qaabatan. Gade chapit laWaadaa Haarawa12 Barattoonni'llee, Yesus ufi eeggadhaa ka isaaniin jedhe, barsiisa worra Farisootaatii fi Saduqootaa irraayyi malee, shiishaa buddeenaa irraa akka hin ta'in ni hubatan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu12 Achiin maayessa isaan barumsa Fariisotaatii fi Saduuqootaa malee xoroshoo raacitii irraa akka uf eeggattan akka isaaniin hin jenne hennaa san qaabatan. Gade chapit la |