Wongeela Maatewos 16:11 - WAADAA LAMMATAA11 raacitii Fariisotaatii fi Saduqootaa irraa akka uf eeggattan ka jedhe waan xoroshoo attamii akka ta'e attamitti hin hubanne? Gade chapit laWaadaa Haarawa11 Eegaa ‹shiishaa Fariisotaatii fi Saduqootaa irraa ufi eeggadhaa!› jedhee isinitti yoo dubbadhu, waayee buddeenaa akka hin ta'in attamitti hin hubanne?» Gade chapit laKitaaba Woyyuu11 raacitii Fariisotaatii fi Saduuqootaa irraa akka uf eeggattan ka jedhe waan xoroshoo attamii akka ta'e attamitti hin hubanne?» Gade chapit la |