Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 15:9 - WAADAA LAMMATAA

9 Baniin kun ajaja namaa akka seera Rabbiititti barsiisa'aa, ufii ammoo, duwwama na kaddaamani› ka jedhe dhuga'a» jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

9 aada'aa fi naamusa naminni baase akka seeraa taasisee barsiisa'aa, tasaan ana waaqeffata.› »

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

9 Baniin kun ajaja namaa akka seera Rabbiititti barsiisa'aa, ufii ammo, duwwama na waaqeffatan› ka jedhe dhuga'a» jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 15:9
24 Referans Kwoze  

Aadaa namaa akka ajaja Rabbiititti barsiisa'aa, na kaddaamuun isaanii gatii hin qabu› ka jedhe dhuga'a.


Kunniin hujii Rabbii ka dhuga'aan hojjanuuf womaa hin fayyadu.


Barumsa adda addaa haarawa hin beekkamneen hin fudhataminaa'a. Onneen teessan yoo waan badhaadha Rabbiitiin jabaatte misha'a malee, nyaataanii miti. Worri waan kana hordofan waan hin fayyadamneef.


Ati nama gowwaa amantaa huji'iin addaan baye ka du'e akka ta'e beekuu feetaa?


Raaga Kitaaba kana irratti barreffame kana ka dhagayu maraafuu ani hin raga. Eennullee kana irratti waan tokko yoo eda'e, Rabbi balaa kitaaba kana keessatti barreeffame maraa isarratti raawwata.


Yoo duwwaa amantan malee dubbii attamiitiin akka isinitti lallabe isin qaabsisa.


Achiin maayessa Yesuus gumii gara ufii waamee, «Dhagayaa'a, hubadhalle'e:


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite