Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 15:8 - WAADAA LAMMATAA

8 ‹Baniin kun afaaniin na kabajja, garaan isaanii ammoo narraa guddaa ka fagaate;

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

8 ‹ummanni kun afaanuma isaatiin ana kabaja, onneen isaa garuu ana irraa ka fagaate,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

8 ‹Baniin kun afaaniin na kabajja, garaan isaanii ammo na irraa guddaa fago'o;

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 15:8
11 Referans Kwoze  

Garaan kee Rabbiin afo'otti qajeelaa waan hin taaneef waan kana irraa hiree yookiin gayee hin qabdu.


Akkuma Kitaabni Woyyuun jedhu, «Namni jireenna barbaaduu fi bara mishaa arguu fedhu, arraba ufii hamtuu dubbachuu irraa, hidhii ufiitiin dhara dubbachuu irraa uf haa eeguu.


Obboleeyyan tiyya! Maal laataa waan Rabbii jiraataa isin waakkachiisu dhartichaa fi onneen hin amanne isin keessaa tokkollee akka hin jiraanne uf eegaa'a!


Naatinaa'elillee, «Naazireetiin keessaa wonti mishaan bawuu danda'aa?» jedhee gaafate. Filiphoosillee, «Koottuu laali» jedheen.


Isin fakkeessitoota! Isaayyaas waan keessan raagee,


Inni ammoo deebisee, «Bada fakkeessitoota, Isaayyaas waan keessan raagee, ‹Baniin kun afaaniin na kabajjan, garaan isaanii narraa fago'o.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite