Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 15:7 - WAADAA LAMMATAA

7 Isin fakkeessitoota! Isaayyaas waan keessan raagee,

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

7 isin sareeganttoota nana! Isaayaas waayee keessan akkana jechu'uun raaginni dubbate sirri'i,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

7 Isin fakkeessitoota! Isaayyaas waan keessan raagee,

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 15:7
7 Referans Kwoze  

Inni ammoo deebisee, «Bada fakkeessitoota, Isaayyaas waan keessan raagee, ‹Baniin kun afaaniin na kabajjan, garaan isaanii narraa fago'o.


Ati nama fakkeessaa'a! duraan dursii utubaa ija tee keessa jiru baasi. Achiin maayessa huuba ija obboleessa keetii keessa jiru baasu'uuf, midhaassitee arguu dandeetta.


inni abbaa fi [haadha ufii] kabajjuu hin barbaachisu› jettan; aadaa teessaniif jettanii, seera Rabbii diiddan.


‹Baniin kun afaaniin na kabajja, garaan isaanii ammoo narraa guddaa ka fagaate;


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite