Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 15:6 - WAADAA LAMMATAA

6 inni abbaa fi [haadha ufii] kabajjuu hin barbaachisu› jettan; aadaa teessaniif jettanii, seera Rabbii diiddan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

6 ‹naminni sun abbaa isaa [yookiin haadha isaa] kabajuu isa hin barbaachisu› jettan, kanaaf aadaa teessan jabeessu'uuf jettanii seera Waaqaa ni diigidan,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

6 inni abbaa fi [haadha ufii] kabajjuu hin barbaachisu› jettan; aadaa teessaniif jettanii seera Rabbii diiddan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 15:6
12 Referans Kwoze  

Worra fira isaanii ta'aniif keessumattuu maatii ufiitii ka hin yaanne, eennullee yoo jiraate, inni ka amantaa ufii gane, nama hin amanne caalaa hama'a.


Aadaa teessan ta wolitti dabarsitan sanniiniif, dubbii Rabbii diiddan. Akkasuma kanniin ka fakkaatu waan heddu gootan.


Dubartiin amante takkaaf dhiirrii amane tokko, dubartii abbaa manaa hin qabne maatii ufii keessaa yoo qaabatan woldaa Kiristaanaatitti ba'aa akka hin taane, isaan haa gargaaraniinii.


Eegasuu seera amanta'aa diinnaa ree? Miti. Seera jabeessinee qabanna malee.


Isin ammoo, ‹Namni tokko abba'aan yookiin haadhaan, gargaarsi isin na biraa argata'aa turtan Rabbiif kenneera yoo jedheen,


Isin fakkeessitoota! Isaayyaas waan keessan raagee,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite