Wongeela Maatewos 15:4 - WAADAA LAMMATAA4 Rabbi, ‹Abbaa keetii fi haadha tee kabajji!› akkasuma, ‹Namni abbaa ufii yookiin haadha ufii arrabsu horomaa du'uu barbaachisa qaba!› jedhee seere. Gade chapit laWaadaa Haarawa4 Waaqinni, ‹abbaa keetii fi haadhaa kee'llee kabaji, abbaa yookiin haadha isaa irratti dubbii arrabaa ka dubbate du'aan ni adabama› jedhee, ajajee jira. Gade chapit laKitaaba Woyyuu4 Rabbi, ‹Abbaa keetii fi haadha tee kabajji!› akkasuma, ‹Namni abbaa ufii yookaan haadha ufii arrabsu horomaa du'uu barbaachisa!› jedhee seere. Gade chapit la |