Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 15:26 - WAADAA LAMMATAA

26 Yesuus deebisee, «Hurbaata ijoolle'ee fuudhanii sare'ee darbuun hin ta'u» jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

26 Yesus'llee, «Buddeenna ijoolle'ee fuudhee sariiniif gatuun waan malee miti!» jedhe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

26 Yesuus deebisee, «Hurbaata ijoolle'ee fuudhanii sariinii darbuun hin ta'u» jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 15:26
10 Referans Kwoze  

«Waan woyyoome sariinii hin kenninaa'a; isinitti garagalanii isin ciniinanii. Meeshaa keessan ka gatii mi'a'aa booyyota afoo hin buusinaa'a!»


Worra akka sare'ee foon namaa nyaatanii fi hojjattoota hammeeyii irraa uf eegaa'a. Worra seera fooniitiin waan hin taaneen dhugamaan gadoomneerra jedhaa'a soban irraa uf eegaa'a.


Bara san mootummaa Isiraa'elii irraa fagaattanii dubbii waadaa abdi'iitiif keessummoota taatanii, adunyaa kanatti abdii dhabdanii Rabbiin irraa fooyamtanii Kiristoosiin ala turtan.


Nu dhalootaan Yihuudota, worra cubbamoota Yihuudii hin taane sanii miti.


Worri asmaa godhan, sariinii fi seebartoonni worri lubbuu namaa ajjeese, worri waaqa tolffamaa kaddaaman, worri kijiba jaalatanii fi raawwatan maruu diida jiran.


Isaan worra Israa'elii waan ta'aniif, ilmummaa, ulfinna, kaku'uunillee seeri kennamuun sirni mana woyyu'uu dubbiin abdi'iilee ka isaaniiti.


Isiin ammoo dhufteeti isa afo'otti jilbiinfattee, «Gooftaa'a, na gargaar» jettee sagaddeef.


Isiin deebitee, «Ee, Gooftaa kiyya, sareenillee woma qorii Gooftaa isaanii irraa harca'u nyaatti» jette.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite