Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 15:25 - WAADAA LAMMATAA

25 Isiin ammoo dhufteeti isa afo'otti jilbiinfattee, «Gooftaa'a, na gargaar» jettee sagaddeef.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

25 Dubarttiin garuu dhiyaatte miila isaa jalatti jilbbiiffatteeti, «Yaa Gooftaa! Yabo'oo ana gargaar!» jetteen.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

25 Isiin ammo dhuftee isa afo'otti jilbiiffattee, «Gooftaa'a! na gargaar» jettee sagaddeef.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 15:25
10 Referans Kwoze  

Hennaa hedduu isa ajjeesu'uuf ibiddaa fi bisaan keessatti isa darba. «Ati ammoo yoo sii danda'ame, garaa nuu laafii nu gargaari» jedheen.


Gumiin akka isaan cadhisan teedeffatan; isaan ammoo ittuma caalchisanii laagaa gudda'aan, «Gooftaa'a, Ilma Daawitii, nu fayyisi» jedha'aa iyyan.


Worri yabala keessa turan, «Dhugamaan ati Ilma Rabbiiti» jedhanii sagadaniif.


Hennama san abbaan muca'aa, «Amantii hin qaba. Haata'uu ammoo amantii kana caalu akka argadhu na gargaari» jedheen.


Yoo san namichi dhukkuba gogaa kukkutuun qabame tokko gara isaa dhufee, «Gooftaa kiyya! Yoo fedha kee ta'e na fayyisuu dandeeta» jedha'aa sagadeef.


Yesuus deebisee, «Hurbaata ijoolle'ee fuudhanii sare'ee darbuun hin ta'u» jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite